Manni murtichaa bara 2022 tti tajaajila Abbaa seerummaa si'ataa, qulqulluu fi guutummaatti qaqqabamaa ta'e kennuun ol'aantummaa seeraa fi haqaa mirkaneessee amantaa Uummataa horachuun Naannoo Oromiyaa keessatti mana murtii fakkeenyummaa qabu ta'ee argamuudha.
ፍርድ ቤቱ በ 2022 ዓ.ም ቀልጣፋ፡ ተደራሽ እና ውጤታማ የዳኝነት አገልግሎት በመስጠት የህግ የበላይነት እና ፍትህን በማረጋገጥ የህዝብ አመኔታን በመጎናጸፍ በኦሮሚያ ክልል ውስጥ ተምሳሌት የሆነ ፍርድ ቤት መሆን ነው።
Manni Murtichaa Daangaa Aangoo Seeraan kennameef keessatti dhimmoota gaaffiin Abbaa seerummaa itti gaafatame ofitti fuudhee saffisa, qulqullinaa fi walabummaadhaan seera qofaa irratti hundaa'ee sadarkaa jalqabaatiin ilaalee murtii kennuudha.
ፍርድ ቤቱ በህግ በተሰጠዉ ሥልጣን መሠረት የዳኝነት አገልግሎት የተጠየቁበት ጉዳዮች በመጀመሪያ ደረጃ አይቶ ህግን ብቻ መሠረት በማድረግ ከአድልዎ እና ወገንተኝነት በጸዳ መልኩ በነጻነት እና ከፍተኛ ኃላፍነት ውሳኔ መስጠት ነው።
Bilisummaa fi Itti gaafatamummaa Abbaa Seerummaa, Beekumsaa fi Ga'umsa, Miira Tajaajiltummaa,Iftoomina,Fayyaalummaa,Al-loogummaa fi Wal-qixxummaa, Tilmaamamummaa,Ejjennoo Gaarii
Total Customers
3217+
Total Viewers
Total Lawyers
Total Rooms